Fana: At a Speed of Life!

Hayyoonni Naannoo Somaalee gahee isaanii akka bahatan gaafatame

Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Hayyoonni Naannoo Somaalee gahee isaanii akka bahatan Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad gaafatan.

Obbo Musaxafeen haalaa nageenyaa yeroorratti gahee hayyoonni qabanii fi haala yeroo biyyalessaarratti mariin hubannoo cimsuuf kaayyeeffate gaggeeffameera.

Marichaanis hayyoonni naannichaa gahee isaanii akka bahatan gaafataniiru.

Hayyoonni naannichaa gama isaaniin biyyattii fi qaamoleen nageenyaa naannichaa waliin qindoominaan hojjechuuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.

Nageenya biyyattii fi naannichaa booressuuf farreen nageenyaa dhabamsiisuuf qophii ta’uu ibsuu isaanii ragaan Paartii Badhaadhinaa naannichaarraa argame ni mul’isa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.