Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa magaalota addaddaatti gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad magaalota addaddaatti gaggeeffame.

Hiriirri deeggarsichaa naannoo Oromiyaa magaalaa Mojoo fi godina Baalee Lixaa magaalaa Roobeetti gaggeeffameera.

Bifuma walfakkaatun naannoo Beenishaanguul Guumz magaalaa Asoosaatti hiriirri deeggarsaa walfakkaataan gaggeeffameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.