Fana: At a Speed of Life!

Hoggansi, hojjettoonni damee barnootaa fi Koollejjoonni dhuunfaa Birrii miiliyoona 29 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Hoggansi, hojjettoonni damee barnootaa fi Koollejjoonni dhuunfaa Birrii miiliyoona 29 ol akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Deeggarsi maallaqaa fi akaakuu kun hojjetootaa fi hoggansa Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootan kan taasiifame ta’uu ibsameera.
Ministir Deetaan Ministeera Barnootaa Dooktar Saamu’eel Kifleen deeggarsicha Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Aadde Maartaa Luwiinjiif laachuu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.