Fana: At a Speed of Life!

Hoggansi Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Hoggansi waajjira olaanaa Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaatti hojiilee misoomaa daawwate.
 
Daawwicharratti hoggansa waajjirichaa obbo Binnaalf Aandu’aalam dabalatee hoggansi olaanoo biroon argamaniiru.
 
Hojiilee invastimantii magaalaa Dabra Birihaan, misooma jallisii, horsiisa lukkuu aanaa Baasoo fi Waraanaa Dabra Hoolaand daawwataniiru.
 
Hojii misoomaa fi qabeenya beelladaa aanaa Aangoololaa fi Xaraas daawwataniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Salaam Asaffaatu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.