Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi hojjettoonni baankichaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 800 taasisaan

Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni baankii Daladlaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 800 taasisaaniiru.

Preezdaantiin baankichaa obbo Abbee Saanoo ibsa laataniin baankii daldalaa Ityoophiyaa deeggarsa Birrii miiliyoona 300, hoggantoonni fi hojjeettoonni baankichaa Birrii miiliyoona 500 taasisuu ibsaniiru.

Qabeenyaan Baankii Daldala Ityoophiyaa dhuma baatii Adoolessaa Birrii Tiriiliyoonaa 1.1 qaqqabuu EBC gabaaseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.