Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni Yuunvarsiitichaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 50 ol deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Yuunvarsiitii Goondar duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 50 ol deeggarsa taasiisaniiru.
 
Dhaabbatichi bara 2013 adeemsa baruu fi barsiisuu cinaatti hojiilee hawaasa fayyadamoo taasiisan hedduu hojjechuu Preezdaantiin Yuunvarsiitii Goondar Dooktar Asiraat Atsadawayin ibsaniiru.
 
Hojjettoonni Yuunvarsiitichaa mindaa baatii tokkoo Birrii miiliyoona 50 ol deeggarsa taasiisuu himaniiru.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.