Fana: At a Speed of Life!

Hooggansi rakkoolee carraatti jijjiiruun ciminoota gurguddaa argamsiisaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Hooggansi sadarkaan jiru rakkoolee gara carraatti geeddaruun ciminoota guguddaa hedduu argamsiisaa akka jiru Pireezidaantiiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.

Obbo Shimallis gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka eeranitti, bal’isanii yaaduu, waan karoorfamee raawwachuu, qindoominaan socha’uu, dandeettii horachuu ummataa hubachuu, pirojektoota milkiin xumuruu, miira jaallummaa haaraa hoggansii cimsuu akka qabuu dhaamaniiru.

Dabalataan, ciminoonni rakkoolee hedduu keessatti mul’atan daran jabaachuu akka qaban dhaamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.