Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalli Xiqur Ambassaa Oksijiinii oomishuu jalqabe

Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hospitalli Ispeesshaalaayizii Xiqur Ambassaa dandeettii ofiin oksijiinii omishuu jalqabeera.

Hospitaalichi dandeetti omishaa isaa cimsuun dandeettii ofiin fedhii oksiijiinii guutummaatti uwwisuuf kan hojjetamu ta’uun eerameera.

Hospitaalichi guyyatti oksijiinii Siliindarii 120 hanga 150 kan barbaachisuun ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.