Fana: At a Speed of Life!

Hoteeloonni Yaa’ii hoggantoota Afrikaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu eegalan

Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Hoteeloonni Yaa’ii hoggantoota Afrikaa 36ffaaf qophii barbaachisu xumuruun keessummoota simachuu eegaluu isaanii Waldaan abbootii qabeenyaa Hoteeloota magaalaa Finfinnee beeksiise.

Hoteeloonni keessummoota sirnaan simachuun keessummeessuuf qophii barbaachisu taasiisuu Pireezidaantiin waldichaa Aadde Asteer Salamoon Faanaa Biroodkaastiingi Korporeetiif himaniiru.

Hoteeloonni haala akkamiin keessummoota simachuu akka qaban qajeelfamni laatamuu kaasaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.