Fana: At a Speed of Life!

Humni addaa naannoo Kibbaa nageenya biyyaa kabachisuuf socha’e iddicha ga’uu ibsame

Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni addaa naannoo Kibbaa nageenya biyyaa kabachisuuf dirqama fudhatee socha’e iddicha ga’uu Komishiniin Poolisii naannoo Kibbaa beeksiise.
Humni addaa naannoo Kibbaa waamicha biyyaalessaa gammachuu olaanaan fudhachuun deebii ariifachiisaa laachuu komishinichi ibseera.
Shira garee Shororkeessaa ABUT fashaleessuuf dirqama fudhatee naannicha ga’uu isaa Dhaabbanni Raadiyoo fi Teeleeviizhinii naannoo Kibbaa gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.