Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) – Ijaarsi biyyaa tattaaffii walooti jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Tokkoon tokkoon keenya milkaa’iina Ityoophiyaaf qooda qabna.
Haala qindaa’een Ityoophiyaa ijaaruu itti fufna jedhan Fulaa Miidiyaa hawaasaa isaaniin.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.