Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi proojaktii daandii asfaaltii konkriitii Hawaasaa – Cikkoo kiilo meetira 66 xumurame

Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojaktii daandii asfaaltii konkriitii – Cikkoo kiilo meetira 66 xumurameera.

Daandiin Hawaasa-Cikkoo sadarka asfaaltii konkiriitiin kan ijjaarrame yoo ta’u, daandiichi magaaloota, godinalee akkasumaas bakkeewwan hawaata turiizimii ta’aanif haala mijaata ni uuma jedhameera.

Bu’aale qonnaa fi indastirii gara Finfinnee fi Keeniyaa Moonbaasaatti geessuufis daandiichi shooraa olaanaa qaba.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.