Fana: At a Speed of Life!

Imala misoomaa naannoo Gammoojjii fi horsiisee bultootarratti xiyyeeffachuun waltajjiin marii ni gaggeeffama jedhame

Finfinnee, Amajjii 6 2013 (FBC) – Waltajjiin marii ‘Addis Wagi dhimma Tokkoo’ imala misoomaa naannoo Gammoojjii fi horsiisee bultootarratti xiyyeeffate qopheessummaa Waajjira Muummee Ministiraan ni gaggeeffama.
Akka waajjirichi beeksiseetti waltajjiin marichaa guyyaa har’aa imala misoomaa naannoo Gammoojjii fi horsiisee bultootarratti xiyyeeffachuun ni gaggeeffama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.