Fana: At a Speed of Life!

Injinaar Taakkalaan daandii Haayilee Gaarmanti – Jamootti ijaarrama jiru daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Itti aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkala Uuman daandii Haayilee Gaarmantii hanga Jamootti ijaarrama jiru daawwataniiru.

Daandichiis Finfinnee fi sarara Amboo kan walqunnamsiisudha jedhame.

Kanarra darbees daandichi ba’a Finfinnee fi magaaloota ollaa Oromiyaatti argaman walagarsisuuf daandiiwwaan ijaarraman keessaa isaa tokkoo ta’u himameera.

Ijaarsii daandiichaas xummuraama kan jiru yoo ta’u, waaligala ijaarsii marsaa itti aanuu itti fufuu jedhameera.

Daandichis dheerina kiilo meetira 4.5 kan qabuu fi konkolaattoota 6 keessumessuu kan danda’u fi baldhina meetira 60 qabachuu himameera.

Daandiichi lafa deemtootaa fi biskileettoota imalchisuu ni danda’a jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.