Ispoortii
Arsenaalii fi Maanchister Yuunayitid si’a 237ffaaf walmorkatu
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 4ffaan Arsenaal dirree isaa Filaay Emireet irratti Maanchister Yuunayitid har'a keessummeessu hawwiin eegama.
Kilaboonni taphattoota bitanii walitti gurguruu hinbarbaannee taphattootaa hanga deeggartootaatti miira masaanummaan ijibbaata falmachuun qabxii sadii argatanii…
Read More...
Atleet Lattasanbat Maaraatoonii Niwuu Yoorki Baatii Sadaasaa keessa gaggeeffamurratti ni hirmaatti…
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday Maaraatoonii Niwuu Yoorki bara Faranjootaa Sadaasaa 5, 2023 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu ibsameera.
Atleet Lattasanbat Giday fiigicha maaraatoonii Vaaleensiiyaatti…
Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2023/24 har'a Faransaay Monaakootti ifoomeera.
Maanchiister Yuunaayitiid, Baayern Muunik, Kooppan Haganii fi Gaalaataasaaraay ramaddii 'A',
Arsenaal,…
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf badhaasni jajjabeessituu laatame
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Jila Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesseef badhaasni jajjabeessituu laatameera.
Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan taasiifamaa jira
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Itiyoophiyaaf simannaan gootaa taasiifamaa jira.
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa Hangaarii magaalaa Budaapeesitti gaggeeffameerratti Alteetoonni kumni 2 fi 100 biyyoota 195…
Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa wayita Finfinnee ga’u simannaan taasiifameef
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaate wayita Finfinnee ga'u simannaan taasiifameefira.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaa Hangaarii…
Gameessi tapha Buunyaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) boqote
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommiiwwan Olompikii tapha Buunyaarratti addaa duree kan ta’an keessaa Gameessi taphichaa Baqqalaa Alamuun (Gaanchi) addunyaa kanarraa du’aan boqote.
Itiyoophiyaa bakka…