Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan biyyoota bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta’uu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa jahaa bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsaa Naannawaa ibse.

Mootummaan baajata barbaachisaa ramaduun bu’uuraalee misoomaa dhaabbilee qulqullina qabu ijaaruu eereera.

Hojiilee ijaarsa dandeettii hojjeteen milkaa’inni kun argamuu ministeerichi himeera.

Akkasumas hojimaata dirirsuun xiyyeeffannoo addaan hojjechuun isaa bu’aa argameef qooda olaanaa taphachuu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.