Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand waliin mari’atan.

Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand Ignaazi’oo Kaasiis waliin mari’atan.

Turmaata isaanitiin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.

Tumsa gara fuula duraa biyyoota lamaaniirrattis mari’ataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.