Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon Finfinnee galaniiru.
Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon wayita Finfinnee ga’an Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayii fi Daayreektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa Biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunahiin simatamauu EBCn gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.