Fana: At a Speed of Life!

Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka kabaja ayyaana Irreechaa daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka kabaja ayyaana Irreechaa daawwatan.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka kabaja ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee daawwataniiru.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee dabalatee hooggantoonni olaanoon magaalichaa Sanbata dhufu kan kabajamu bakka ayyaana Ireecha Hora Finfinnee daawwataniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.