Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifatte

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifachuushee Ministeerri Albuudaa fi Booba’aa beeksiseera.

Ityoophiyaan Mana Murtii idil addunyyaatti dhaabbata albuuda baasuu “ ICL (Israel Chemical Limited)” jedhamuun himata isheerratti banamee injifachuun ishee ibsameera.

Dhaabbati albuuda baasuu kun Ityoophiyaarratti himata Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 300 banuus guyyaa kaleessa Ityoophiyaa injifateetti.

Ministeerri Albuudaa fi Booba’aa adeemsa falmichaarri kallattiinis ta’e al kallattiin namoota hirmaataan hunda galateeffateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.