Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan waldhabdee daangaa Ityoo Sudaaniif waraanni furmaata ta’a jettee hin amantu-Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan waldhabdee daangaa Ityoo Sudaaniif waraanni furmaata ta’a jettee hin amantu jechuun Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.
Ambaasaaddarichi ibsaa torbee preesii laataniiru.
Ibsa isaaniitin waldhabdee daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan waliin walqabsiisee ammas komishiniin daangaa fi oggeeyyii qabaachuu ibsaniiru.
Ityoophiyaan mariitti deebi’uu barbaddii kan jedhan ambaasaaddarichi rakkoo daangaa uumameef waraanni furmaata ta’a jette hin amantu jedhaniiru.
Ammas birmadummaa daangaa ishee kabachiisuuf hojiiwwan gurguddoo hojjetaa jirti jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.