Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 133 Beeruut irraa deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 133 Beeruutirraa gara biyyaa deebi’aaniiru.

Lammiileen Ityoophiyaa kunneen buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee wayita ga’aan Ministeera Dhimma Alaatti daayreekatarri jeneraalaa waajjira dubartoota fi daa’immanii aadde Almaaz Gabayyoo fi hoggantoonni hojii biroon simannaa taasisanifiiru.

Hanga ammatti waliigala lammiileen Ityoophiyaa 3289 Libaanoosii deebisuuf qophiin xumuramuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.