Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 189 Beeruutii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 189 har’a Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru.

Ityoophiyaannoonni Beeruutii deebi’an kunneen sanada kana hin qabne ta’uu beekameera.

Torbe darbeerra eegalee lammiilee sanada hin qabne gara biyya deebisuun danda’amuu ragaan waajjira Qonsiilaa Ityoophiyaa Beeruutirra arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.