Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyya deebi’an

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.

Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.