Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,006 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,759f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,006 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 175 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 20,961 irratti argama.

Namoonni 377 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 14 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,354 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 158,053 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.