Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,244 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,244 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 34 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,099 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,244 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 877 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 55, 223 irratti argama.

Namoonni 940 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 34 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,639 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 55 fi 288 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.