Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,665 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 2,142 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 728 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 42,772 irratti argama.

Namoonni 780 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,784 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 98 fi 794 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.