Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 345vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 345 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4,240f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 345 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 161 dandamataniiru.

Namoonni 12,414 yaalarratti argamu.

Namoonni 208 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,974 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 127,572 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.