Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 365 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 365 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 35darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4,473f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 365 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 783 dandamataniiru.

Namoonni 11,860 yaalarratti argamu.

Namoonni 231 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 5 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,071 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 134,132 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.