Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 5 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,402f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 468 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 1,131 dandamataniiru.

Namoonni 10,066 yaalarratti argamu.

Namoonni 243 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 5 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,918 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 123,856 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.