Fana: At a Speed of Life!

Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Finfinnee galan

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2013 (FBC)- Walitti qabaan Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan Finfinnee galan.
 
Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan wayita Buufata Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee ga’an Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyyiin simatamaniiru.
 
Dooktar Abiy fi Jeneraal Abdulfataah Albuurhaan turtii Finfinneetti taasiisaniin haariroo biyyoota lameenii fi dhimmoota naannichaarratti ni mari’atu jedhamee eeggama.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.