Fana: At a Speed of Life!

Jiila Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessitu Kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa addee Caaltuu saaniitiin durfamu magaalaa Bishooftuu daawwachaa jira

Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Jiila Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessitu Kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa addee Caaltuu saaniitiin durfamu magaalaa Bishooftuu daawwachaa jira

Daawwanaa kanaan magaalaa Bishooftuu keessatti ijaaramaa kan jiran mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Biiftuu Birrii miiliyoona 6.7n, giddugala maanguddootaa Birrii miiliyoona 9n, akkasumas giddugala Aadaa Birrii miiliyoona 45,daandii aspaaltii kiloometra 2.5 Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 38tin ijaaramaa jiru jilichaan daawwatameera.

Projaktoonni kun yoo xiqqaate hanga waxabajii 2013tti ni xumuurama jedhaniiru kantiibaan magaalaa Bishooftuu addee Alamtsahaay Shifarraaw.

Daagimaawit Daksiisaatu gabaase.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.