Fana: At a Speed of Life!

Jijjiiramni waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Jijjiirraa waggaa Saba Gaamoo “Yoo Masqalaa” Magaalaa Arbaamincitti kabajamaa jira.

Sirna kabaja ayyaanichaarratti Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar, Ministirri Minnisteera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa, Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Burtukaan Ayyaanoo fi Ambaasaaddar Taayyee Yilmaa akkasumas qondaaltotaa olaanoo federaalaa fi naannoo, hawaasnii godinichaas argamaniiru.

Sirnoonni aadaa fi duudhaa hawaasa godinichaa calaqqisiisan argisiifamuun kabajamaa jira.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.