Fana: At a Speed of Life!

Jijjiirrama Oomisha Gabaa Ityoophiyaarratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Jijjiirrama Oomisha Gabaa Ityoophiyaarratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira.
Marichi qooda fudhattoota damichaa kan hirmaachise ta’uun ibsameera.
Waltajjichi qopheessummaa Ministeera Daldalaa fi Indaastiriitin Hoteela Intarkoontineentaalitti taa’amaa jira.
Sirna gabaa ammayyeessuu, tajaajila gabaa damichaa qaqqabamaa fi itti quufinsa qabu taasisuurratti kan xiyyeeffatedha.
Hoggansi olaanaa federaalaa, biiroleen misooma gabaa daldalaa naannolee, hoggansi waldaalee dameewwanii, waldaalee hojii gamtaa, alergitoonni, qooda fudhattoonni biroo hirmaachaa jiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.