Fana: At a Speed of Life!

Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame

Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) – Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.

Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaan bara Faranjootaa Guraandhala 18,2023 Awustiraaliyaa magaalaa Baatirasitti ni gaggeeffama.

Dorgommii kanaaf Atleenni dhiiraa 14 fi durbaa 14 shaakala taasiisaa turuu ibsameera.

Jilichaaf har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee gaggeessaan taasiifamuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.