Fana: At a Speed of Life!

Jilli Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa keessatti hojjetame daawwate

Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa bakka hojii hawwataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa keessatti hojjetame daawwateera.
Hojiilee mana hojichaa tajaajilaa fi tajaajilamaaf mijataa fi hawwataa taasiisuuf hojjetame daawwachuu isaanii Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Hojiin hojjetameen manneen hojii biroof hojii fakkeenya ta’uu danda’u ta’uu kaasaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.