Fana: At a Speed of Life!

Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaarratti hirmaatu Gaanaa Akiraa gale

Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akiraa galeera.

Jilli Atileetoota 80 fi Hoggantoota 5 of keessatti hammate kun har’a ganama Gaanaa Magaalaa Akiraa ga’eera jedhame.

Salamoon Baqqalaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.