Fana: At a Speed of Life!

Jilli Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imale

Amajjii 2, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imaluu ibsame.

Kaayyoon imala jilichaa atileetota dhalattoota Tigraay ta’an maatii isaanii waliin walquunnamsiisuuf ta’uu ragaan federeeshinicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.