Fana: At a Speed of Life!

Jilli Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Mana Maree Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’ate

Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Jilli Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa hoggantoota Mana Maree Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari’ateera.

Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Tamasgeen Xilahuunii fi Daayrektarri Jeneraalaa mana marichaa Yaang Hoong tumsa dhaabbilee lamaanii caalmaati cimsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Hojii beeksisa Daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaaniirratti hojjechuun hariiroo Daldalaa fi Invastimantii cimsuuf waliigalteerra ga’uu isaanii Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.