Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Gujii sangoota 60 fi Re’oota 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gujii Sangoota 60 fi Re’oota 80 Birrii miiliyoona 2tti tilmaamaman Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ministir Deettaan Ministeera Damee Hoggansa Faayinaansii aadde Maartaa Luuwiijii deeggarsa jiraattoonni kunneen Raayyaa Ittisaaf taasiisan galateeffachuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.