Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee naannawaa Askoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee naannawaa Askoo raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa taasisaniiru.

Deeggarsiichi adda waraana Walloo qaqqabeera.

Jirattoonni kunneen daakuu kuntaala 70 fi zaytii leetiri 1000 gumachaniiru.

Qindeessaan deeggarsa naannichaa obbo Masfiin Tafarraa deggarsichi Birrii kuma 400 olitti tilmaamama jedhaniiru.

Hirphoo Shibootu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.