Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee Juuntaa mormuu fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa qaban ibsuuf hiriira gaggeessaa jiru

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee gochaa Juuntaa mormuu fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa qaban ibsuuf hiriira nagaa gaggeessaa jiru.
Hiriira kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa hedduun argamaniiru.
Hiriirichi gochaa garee Shororkeessaa mormuu, deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qabanii fi Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu gammachuu itti dhaga’ame ibsachuuf hiriira tokkummaan gaggeeffamaa jiru jedhame.
Abrahaam Faqqadee fi Afawarqi Iyyaayyuutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.