Fana: At a Speed of Life!

Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa isaa mirkaneesse

Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa uummataa naannichaaf qabu ragaan mirkaneessuu dhalattoonni naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan ibsan.

Kutaan magaalaa Nifaas Silki laaftoo har’a haala waqtaawaarratti dhalattootaa naannoo Tigraay kutaa magaalichaa jiraataan waliin mari’ateera.

Gareen shororkeessa ABUT ‘Ityoophiyaa na diigaa’ jechuun ka’eerratti qabsa’uuf murannoo qabachuusaanii himaniiru.

Maricharratti akka ibsameetti, gareen shororkeessaa ABUT wayita aangoorra tureetti, gochaa badii raawwataa tureera.

Keessayu nageenyaa uummattoota naannichaa dhalattoonni naannichaa garee shororkeessaa kana waloon irratti qabsaa’uun dhabamsiisuu qabu jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.