Fana: At a Speed of Life!

Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan

Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har’a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.

Burkiinaafaasoon goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffateert.

Taphataan sarara fuulduraa harka mirgaa garee biyyaalessaa Burkiinaafaasoo ‘Ouattara’ daqiiqaa 45+3 irrattiolii tokko galchuun, daqiiqaa 82ffaarratti ammoo baleessaa hojjeteen kaardii diimaan dirree keessaa ba’eera.

Kaameeruun goolii 2 fi 0n Gaambiyaa injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffateert.

Toko Ekambi daqiiqaa 50ffaa fi  57ffaa irratti goolii 2 Kaameeruuniif galcheera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.