Fana: At a Speed of Life!

Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa Finfinneetti marii gaggeessaa jira.

Maricharratti qooda fudhattoonni mootummaa Federaalaa, naannolee, bulchiinsa magaalootaa fi hoggantoonni damee Daldalaa, akkasumas hoggantoonni Manneen Maree Waldaalee argamaniiru.

Maricharratti sanadni haala waliigalaa sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu agarsiisu dhiyaachuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.