Fana: At a Speed of Life!

Kantiibaa Adaanech maatii goototaa wareegama kaffalaa jiraniif maaddii qoodan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee maatii isaanii waliin maatii goototaa adda waraanaatti wareegama kaffalaa jiraniif maaddii qoodaniiru.

Dabalataanis Kutaa Magaala Qiirqoositti kanaan duraa manneen balaa ibiddaa mudatee sagal ijaaruun jiraattotaaf dabarfamuu ragaan waajjira kantiibaa magaalattiirra argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.