Fana: At a Speed of Life!

Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)-  Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu Ityoo- teelekoom beeksise.

Tajaajillichi guyyaa itti eegale irraa kaasee hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaa turuu ibsameera.

Deeggarsa uummanni gama ergaa gabaabaa 6800n taasiseef galateeffachuun fuuldurattis deeggarsichi cimee akka itti fufu Etyoo- telekoom gaafachuu ragaan miidiyaa hawaasummaa dhaabbatichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.