Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni mata duree ‘Daandii Ida’amuu’ Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame galma aadaa bulchiinsa magaalaa shaashamanneetti eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Daandii Ida’amuu’ Muummicha ministeeraa Ityoophiyaa Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame guyyaa hardha magaalaa shaashamannee, galma aadaa bulchiinsa magaalaa shaashamanneetti eebbifameera.
Eebbarratti keessummaa kabajaa, Itti Aantuu Preezdaantii Naannoo Oromiyaa fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota Naannoo Oromiyaa aadde Caaltuu Saanii fi Sadarkaa Paartii Badhaadhina Damee Oromiyaatti Itti Gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasa Oromiyaa obbo Saadaat Nashaa sirnicha irratti argamuun kitaaba Ida’amuu eebbisaniiru.
Daandiin Ida’amuu Furtuu Rakkoo Hawaasummaa fi Siyaas diinagdee biyya keeniyaati jedhameera.
kitaabni kun fuula 591 kan qabu yoo ta’u, gatiin isaa Birrii 350.
Jibriil Huseentu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.