Fana: At a Speed of Life!

Kokeeniin firii 63 Magaalaa Bahirdaaritti to’atame

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Kokeeniin firii 63 Magaalaa Bahirdaaritti to’atamuun ibsame.

Kookeeniin kunis qondaaltonni Tajaajila Tikaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa hordoffii iccitiin taasisaniin to’atamuu eerameera.

Sammuu hadoochituun kun Finfinneerraa ka’uun geejibsiifamaa wayita jiru Magalaa baahirdaaritti to’atamuu ragaan Tajaajilaa Tikaa fi Odeeffannoo Biyyaalessarraa argame ni mul’isa.

Namni kookeenicha daddabrsaa ture tokkos to’atamuun eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.