Fana: At a Speed of Life!

Komishinichi naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibse

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Komiishiniin Poolisii Oromiyaa naannoo Oromiyaatti filannoon haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibseera.

Koomishinichi filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa akka naannoo Oromiyaatti rakkoo nageenyaa tokko malee haala gaariidhaan gaggeeffamaa jiraachuu fuula Feesbuukii isaaniitin ibseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.